Xurree ittiin seenan

Breaking News

Abbootiin Gadaa Booranaa fi Gujii Hundeessamuu Godinaa Haaraa Hordofee Rakkoon Uumame Karaa Nagaa Furamuu Qaba, Jedhan


Abbootiin Gadaa Booranaa fi Gujii Hundeessamuu Godinaa Haaraa Hordofee Rakkoon Uumame Karaa Nagaa Furamuu Qaba, Jedhan
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:37 0:00

Abbootiin Gadaa Booranaa fi Gujii Hundeessamuu Godinaa Haaraa Hordofee Rakkoon Uumame Karaa Nagaa Furamuu Qaba, Jedhan

Abbootiin Gadaa Booranaa fi Gujii murtee hundeeffama godinaa haaraa Boorana Bahaatii booda muffii mudate hordofee haalli jiru nagaan akka furamu tumsaa jirra jedhu. Abbaa Gadaa Jiloo Mandh’oo hundeeffami Godina kanaa murtee mootummaa ta’us, dursa murteen akkanaa kun ummata walitti buusa, jedhanii, walitti bu’iinsi gosaa akka hin mudanneef ummata gorsaa jirra jedhan. Abbaan Gadaa Kura Jaarsoo gama isaaniitiin Hundeeffamni Godinaa kun gaaffii duraan ture kan deebisee jedhanii, waldhabbii mudateen ummata miidhuurra ummata walitti fiduun rakkoon kun akka furamu7 taasisuu barbaachisa, jedhan. Galmoo Daawwit dabalata qaba.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG