Xurree ittiin seenan

Breaking News

Waldaan Barreessitoota Oromoo Sirna Badhaasa Ogbarruu Gaaddisaq Birruu Bara Kanaarratti Barreessitootaa fi Gaazzexeessotaaf Badhaasa Kenne


Waldaan Barreessitoota Oromiyaa sirna badhaasa ogbarruu maqaa barreessaa Gaaddisaa Birruun moggaasame kennuu yeroo lammaffaaf Dilbata darbe kana gaggeesseen barreessitoota asoosamaa fi walaloo akkasumas, gaazzexeessituu Sagalee Ameerikaa, Jaallannee Gammadaa dabalatee - gaazexeessitoota 4 guddina hogbarruu Oromoof gumaachan, jedhe Gaazexeessituu Sagalee Ameerikaa Jaallannee Gammadaa dabalatee badhaasee jira. Lalisaa Idris Adam, Barreessaa Olaanaan kan Waldaa Barreessitoota Oromiyaa, Badhaasi Gaaddisaa baranaa sababa calallii yeroon dheerateef duubatti siquu ibsee, dorgommii baranaaf kitaaboleen 25 qooda fudhachuu ibsee jira. Galmoo Daawit sirnicha irratti argamuun qophii qindeesse qaba.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG