Xurree ittiin seenan

Breaking News

Daraaraa Mokonnin: Dargaggoo Dargommii Teenisii Miinjalaa Biyyoota Afrikaa Bahaa Injifate

Daraaraa Mokonnin: Dargaggoo Dargommii Teenisii Miinjalaa Biyyoota Afrikaa Bahaa Injifate
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:58 0:00

Daraaraa Mokonnin: Dargaggoo Dargommii Teenisii Miinjalaa Biyyoota Afrikaa Bahaa Injifate

Dargaggeessi umuriin isaa waggaa 28 tahe Daraaraa Mokonniin Dhufeeraa tapha Teenisii Miinjaalaa yokaan “Table Tennis” jedhamuu sadarkaa biyyaalessaattis ta'e ka sadarkaa biyyoota Afrikaa bahaa injifatee jira. Bara dhufu jechuun 2024tti magaalaa Paaris keessatti gaggeeffamuuf kan jiru dorgommii Oloompikii irratti hirmaachuufis daarbee jira. Dargaggoo Daraaraan tapha kana attamitti akka jalqabee fi itti milkaa'e Jaallanneef ibsee jira.

This item is part of

Forum

XS
SM
MD
LG