Xurree ittiin seenan

Breaking News

Godinaalee Wallaggaa Keessaa Kanneen Beelaan Miidhamaniif Gargaarsi Hattamaan Akka Dabalamu Komiishinni Mirga Namoomaa Itiyooophiyaa Gaafate

Godinaalee Wallaggaa Keessaa Kanneen Beelaan Miidhamaniif Gargaarsi Hattamaan Akka Dabalamu Komiishinni Mirga Namoomaa Itiyooophiyaa Gaafate
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:44 0:00

Godinaalee Wallaggaa Keessaa Kanneen Beelaan Miidhamaniif Gargaarsi Hattamaan Akka Dabalamu Komiishinni Mirga Namoomaa Itiyooophiyaa Gaafate

Gargaarsi namoomaa buqqaatotaa naannoo Oromiyaa godinaalee Wallgga Bahaa, Wallagga Lixzaa fi Qellam Wallggaa keessaa jiranuuf yeroo isaa eeggatee haala gahaa taheen dhaqqabaa akka hin jirre Komshiiniin Mirga Namoomaa Itiyoophiyaa ibsee jira. Akka gabaasaan Koomishinichaa jedhetti walitti-bu’insi humnoota mootummaa fi hidhatoota gidduutti deemaa jiru rakkinicha daran hammeesee jira. Jiraattonni godinaalee kanneenii Sagaleen Ameerikaa dubbise waggoota lamaan darbaniif gargaarsa gahaa akka hin argatiin himatan

Forum

XS
SM
MD
LG