Xurree ittiin seenan

Breaking News

Filmiin Gaazzexeessituu Balaa Konkolaataan Miilla Dhabdeen Hojjetame Dorgommii Sadarkaa Addunyaatti Geggeessame Injifate

Filmiin Gaazzexeessituu Balaa Konkolaataan Miilla Dhabdeen Hojjetame Dorgommii Sadarkaa Addunyaatti Geggeessame Injifate
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:34 0:00

Filmiin Gaazzexeessituu Balaa Konkolaataan Miilla Dhabdeen Hojjetame Dorgommii Sadarkaa Addunyaatti Geggeessame Injifate

Bara 2006 kan balaa konkolaataa isheerra gaheen miila ishee okko ka dhabde gaazexeessituu Fireehiwet Taammiruu dorgommii Feestivaala Fiilmii qaama miidhamtootarratti xiyyeeffatu injifattee jirti. “Focus on Ability” jechaan kan beekamu dorgommii feestivaala film kun kan biyya Awustiraaliyaatti qophaawu yoo tahu, Firehiwet ramaddii dookumentiriitiin sagalee daawwattootaa kenname isa guddaa argachuun badhaasa doolaara kuma shanii mo'attee jirti. Galmoo Daawit Firehiwet akkasumas firaa fi maatii irraa dubbisuun gabaasaa qopheesse qabna.

Forum

XS
SM
MD
LG