Xurree ittiin seenan

Breaking News

Jalalan Sabaakoof Qabutu Oguma kootti Akkan Cichu Na Taasise: Gaazixeessituu Zinnaas Olaanii

Jalalan Sabaakoof Qabutu Oguma kootti Akkan Cichu Na Taasise: Gaazixeessituu Zinnaas Olaanii
please wait

No media source currently available

0:00 0:14:26 0:00

Jalalan Sabaakoof Qabutu Oguma kootti Akkan Cichu Na Taasise: Gaazixeessituu Zinnaas Olaanii

Keessummaan keenya har’aa gaazxixeessituu gameettii fi yeroo ammaa illee ogumuma kana irratti bobbaatee hojjetaa kan jirtuu, haadha dhaabbata ofii hundeessuun hojjetaa jirtuu fi taatoo kan taate Zinnaas Olaanii ti. Seenaa jiruu ishee, bu’aa ba’ii keessa dabartee fi milkaa’ina ishee ilaalchisuun waliin marii geggeessinee jirra. Yoom hojii gaazixeessummaa akka jalabde naaf ibsuun eegalti

This item is part of

Forum

XS
SM
MD
LG