Xurree ittiin seenan

Breaking News

Marii Nageenyaa Mootummaa fi Waraana Bilisummaa Oromoo Gidduutti Taanzaaniyaatti Geggeessamaa Jiru Kan Ammaan Dura Irraa Maaltu Adda Godha?


Marii Nageenyaa Mootummaa fi Waraana Bilisummaa Oromoo Gidduutti Taanzaaniyaatti Geggeessamaa Jiru Kan Ammaan Dura Irraa Maaltu Adda Godha?
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:45 0:00

Marii Nageenyaa Mootummaa fi Waraana Bilisummaa Oromoo Gidduutti Taanzaaniyaatti Geggeessamaa Jiru Kan Ammaan Dura Irraa Maaltu Adda Godha?

Naannoo Oromiyaa keessattis ta’e Itiyoophiyaa keessatti rakkoo nageenyaa jiru furuuf Waraana Bilisummaa Oromoo fiMootummaa Itiyoophiyaa gidduutti mar iin karaa nagaa marsaa 2ffaan Taanzaaniyaatti taa’amaa jira. Hanga ammatti itti bahi isaa garuu hin beekamne. Seenaa siyaasa Itiyoophiyaa keessatti Addi Bilisummaa Oromoo bara 1991 yeroo ceehumsaa , akkasumas bara 2018 yeroo Abiyyi Ahimad garaa angootti dhufan mootummaa Itiyoophiyaa waliin waliigaltee taasisuun gara qabsoo siyaasaa karaa nagaatti dhufee ture, garuu hojiirra oolfama isaarratti rakkoo uumameen milkaa’ina furmaata fidurra hin geenye. Marii amma Taanzaaniyaatti geggessamaa jiru kana kanneen duraarraa maal tu adda taasisa? Kanneen duraanii caalaa milkaa’inarra gahuuf hoo hangam carraan jira? – yaadawwan kana irratti ogeeyyii dubbisnee jirra.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG