Xurree ittiin seenan

Breaking News

Horroo Guduruu, Aanaa Sulula Finca’aa Keessatti Namoonni Nagaan 4 Humnoota Mootummaatiin Ajjeesaman, Jedhu Maatii fi Namoonni Naannoo

Horroo Guduruu, Aanaa Sulula Finca’aa Keessatti Namoonni Nagaan 4 Humnoota Mootummaatiin Ajjeesaman, Jedhu Maatii fi Namoonni Naannoo
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:26 0:00

Horroo Guduruu, Aanaa Sulula Finca’aa Keessatti Namoonni Nagaan 4 Humnoota Mootummaatiin Ajjeesaman, Jedhu Maatii fi Namoonni Naannoo

Naannoo Oromiyaa Godina Horroo Guduruu wallaggaa Aanaa Sulula Finca'aa keessatti Wiixata darbe namootni nagaa 4 humnoota mootummaatiin ajjeesamaniiru jechuun maatii miidhamtootaafi kanneen ijaan argineerra jedhan Sagalee Ameerikaatti himaniiru. Bulchaan Aanichaa Obbo Sanyii biqilaa “namoota nagaa kan ajjeese shaneedha” jechuun sagalee ameerikaatti himan. Himannaa kana kan haalan Dubbi Himaan Idil Addunyaa Waraana Bilisummaa Oromoo Odaa Tarbii “Mootummaa tu namoota nagaa ajjeesuun gocha badii raawwachaa jira” jedhan.

Forum

XS
SM
MD
LG