Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dandeettii Aartii Uumaan Na Badhaase Barnootaan Gabbifachuun Fedha: Shamarree Meelaal Bellexee

Dandeettii Aartii Uumaan Na Badhaase Barnootaan Gabbifachuun Fedha: Shamarree Meelaal Bellexee
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:02 0:00

Dandeettii Aartii Uumaan Na Badhaase Barnootaan Gabbifachuun Fedha: Shamarree Meelaal Bellexee

Melal Belexee, Shamarree waggaa 16 yoo taatu, artistii fakkii kaasuu fi uccuu dizaayinii gochuuf fedhii qabduun illee yeroo ammaa huccuu aadaa Oromoo ofii dizaayn goote akka hodhaa jirtu dubbatti. Fedhii aartiif qabdu yeroo weerara COVIn kutaa 7ffaa ennaa jirtu gabbifachuuf suraa namootaa kaasuu dhaanan jalqabee jetti. Fakkii ofii keesteen Meedaaliyaa badhaafamuu ishee ibsiteetti.

This item is part of

Forum

XS
SM
MD
LG