Xurree ittiin seenan

Breaking News

Oomishi Chaayinaa Oomisha Biyya Keessaa Gabaa Irraa Baasaa Jira: Daldaltoota Moqaadishoo

Oomishi Chaayinaa Oomisha Biyya Keessaa Gabaa Irraa Baasaa Jira: Daldaltoota Moqaadishoo
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:34 0:00

Oomishi Chaayinaa Oomisha Biyya Keessaa Gabaa Irraa Baasaa Jira: Daldaltoota Moqaadishoo

Gabaa Somaaliyaa kan biyya keessaa sochii guddaa qabu kan Moqaadishoo, oomishi Chaayinaa alaa galu oomishaalee biyya keessaa saffisaan gabaa dhaa ala taaise jechuu dhaan abbootiin daldalaa Moqaadishoo keessaa himachuu isaanii Abulqaadir Zubeeyir daldaltoota kana dubbisuu dhaan gabaasee jira.

Forum

XS
SM
MD
LG