Xurree ittiin seenan

Breaking News

Imaammata Yunaayitid Isteetis Haala Itiyoophiyaarratti Qabdu Ilaalchisee Kaleessa Mariin Geggeessame


Imaammata Yunaayitid Isteetis Haala Itiyoophiyaarratti Qabdu Ilaalchisee Kaleessa Mariin Geggeessame
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:07 0:00

Imaammata Yunaayitid Isteetis Haala Itiyoophiyaarratti Qabdu Ilaalchisee Kaleessa Mariin Geggeessame

Mana maree bakka bu’ootaa Uummataa Yuunaayitid Isteetsitti Koreen Dhimmoota Alaa guyyaa kaleesaa waa’ee haalaa Itiyoopiyaa irratti akka ibsi kennamuuf taasisee jira . ibsa kana kan kennan , gaanfaa Afrikatti Ergamaa addaa mootummaa US kan ta’an ambaasader Maayik Hameri fi dhaabbata misooma Idil Adduunyaa kan Yuunaayitid Iteetsi ykn USAID tti bakka bu’aa gargaara bulchaa biiroo Afrikaa kan ta’an Taayiler Beekelmaani. Namootni lammanuu waa’ee adeemsa dipilomaasii fi gargaarsaa namoomaa akkasumas misoomaa diinagdee irraatti gaaffiiwwan miseensota koree irraa dhihaateef ibsa kennanii jiru.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:52 0:00
More
XS
SM
MD
LG