Xurree ittiin seenan

Breaking News

WAANKOO: Qaama Waldaa Oomishtoota Bunaa Oromiyaa Ka Buna Akaa’ee, Daakee, Saamsee Gabaa Idiladdunyaaf Dhiheessu

WAANKOO: Qaama Waldaa Oomishtoota Bunaa Oromiyaa Ka Buna Akaa’ee, Daakee, Saamsee Gabaa Idiladdunyaaf Dhiheessu
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:45 0:00

WAANKOO: Qaama Waldaa Oomishtoota Bunaa Oromiyaa Ka Buna Akaa’ee, Daakee, Saamsee Gabaa Idiladdunyaaf Dhiheessu

Waldaan Oomishtoota Bunaa Oromiyaa, gabaa adunyarraatti caalaatti dorgomaa ta’uuf qophiilee addaa yeroo ammaa gochaa jiru keessaa tokko qaama buna akaa’ee, daakee fi saamsee gabaa addunyaaf dhiheessu kan WAANKOO jedhamu. Waa’ee fi dhimmoota ooomishaa fi gabaa bunaa wajjiin wal-qabatan ka biroo irratti Nugusuu Taammiree Obbo Solomoon Taaddelee, daarektara damee gabaa idili-adduunyaa waldichaa dubbisee jira.

Forum

XS
SM
MD
LG