Xurree ittiin seenan

Breaking News

Godina Wallagga Lixaa fi Qellem Wallaggaa Keessaa Jiraattonni Sababaa Rakkoo Nageenyaaf Oomisha Bunaa Sassaabbachuu Hin Dandeenye, Jedhan

Godina Wallagga Lixaa fi Qellem Wallaggaa Keessaa Jiraattonni Sababaa Rakkoo Nageenyaaf Oomisha Bunaa Sassaabbachuu Hin Dandeenye, Jedhan
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:44 0:00

Godina Wallagga Lixaa fi Qellem Wallaggaa Keessaa Jiraattonni Sababaa Rakkoo Nageenyaaf Oomisha Bunaa Sassaabbachuu Hin Dandeenye, Jedhan

Naannoo Oromiyaa godinaalee Wallagga Lixaa fi Qellem Wallaggaa keesaatti kan argaman jiraattonni omisha bunaa irratti bobba’anii jiran sababa nageenyaatiin kan ka’e oomisha bunaa isaanii sassabbachuu akka hin dandeenye Sagalee Amerikaatti himan. Jiraattonni kun akka jedhanitti bakkawwan isaanii itti argamu dhaqanii akka hin sassaabbanne humnoota mootummaa irraa eeyyama argachuu hin dandeenye, jedhan. Qaamni Mootummaa immoo, “Oomisha bunaa sassaabbachuutti danqaan uumame hin jiru” jedha.

Forum

XS
SM
MD
LG