Xurree ittiin seenan

Breaking News

Namni Dandeettii Uumaan Kenneef Achi As Baasee Fayyadamuu Qaba: Ogeettii Gorsituu Haala Jireenyaa Aadde Su'aad Muktaar Abdallaa


Namni Dandeettii Uumaan Kenneef Achi As Baasee Fayyadamuu Qaba: Ogeettii Gorsituu Haala Jireenyaa Aadde Su'aad Muktaar Abdallaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:14:47 0:00

Namni Dandeettii Uumaan Kenneef Achi As Baasee Fayyadamuu Qaba: Ogeettii Gorsituu Haala Jireenyaa Aadde Su'aad Muktaar Abdallaa

Keessummaan keenya har’aa life coach fi gorsituu haala jireenyaa kan Afaan Ingiliffaan “life coach” consultant kan ta’an aadde Su’aad Muktar Abdallaa ti. Namoonni dandeettii uumamaan qaban akkamitti achii as baasanii hojii irra akka oolchanii jireenya isaanii keessatti itti fayyadaman jajjabeessuu irratti gorsa fi dadammaqina kennuu dhaan dhaabbata ofii isaanii ‘Kefita trading and consultancy’ jedhamu hundeessanii namoota dhibbaan laka’aman akka tajaajilan dubbatu aadde Su’aan. Duraan oguma fayyaa, booda irra immoo barnoota sooshiyoloojii barachuu dhaan gara hojii kanaatti akka dhufan nuuf ibsan. Hojii isaanii kana biyya keessa qofaa utuu hin taane biyyootii gaanfa Afriikaa kan akka Kenya, Ugaanda Sudan keessatti leenjii kan kennan yoo ta’u, dhaabolii adda addaaf illee gorsituu ta’een hojjedha jedhan.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG