Xurree ittiin seenan

Breaking News

Anis Gabii Ida’oo: Dargaggoo Ogeessa Muuziqaa Jaazii Oromoo Guddisuutti Fuuleffate

Anis Gabii Ida’oo: Dargaggoo Ogeessa Muuziqaa Jaazii Oromoo Guddisuutti Fuuleffate
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:49 0:00

Anis Gabii Ida’oo: Dargaggoo Ogeessa Muuziqaa Jaazii Oromoo Guddisuutti Fuuleffate

Qorannoon Muuziqaa Oromoorratti taasifame jiraachuu dhabuun ammas guddina silaa Muuziqaan Oromoo gara Industiriitti cehuuf malu gufachiisaa akka jiru, weellisaa fi ogeessi Muuziqaa Anis Gabii hima. Sirba isaa ‘Haadha Milkii’ jedhuun badhaasa hacaaluurratti kan injifate Anis, Sirboota Oromoo, gosa Muuziqaa Jazz’n qindaa’an beeksisuuf hojjetaa akka jiru turtii isaa Galmoo Daawit waliin taasiserratti ibsee jira.

Forum

XS
SM
MD
LG