Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dhimmi Ministara Nagaa Duraanii Obbo Taayyee Danda’aa Ija Seeraa fi Siyaasaatiin Akkamitti Ilaalama?


Dhimmi Ministara Nagaa Duraanii Obbo Taayyee Danda’aa Ija Seeraa fi Siyaasaatiin Akkamitti Ilaalama?
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:49 0:00

Dhimmi Ministara Nagaa Duraanii Obbo Taayyee Danda’aa Ija Seeraa fi Siyaasaatiin Akkamitti Ilaalama?

Obbo Taayyee Danda’aa De’eetaa Ministira Nagaa Itiyoophiyaa kan turan aangoo irraa kaafamuu hordofee to’annaa jala oolfamuu isaanii humni nagaa waloo Itiyoophiyaa Ibsa kenneen guyyaa kaleessaa beeksiseera. To’annaa jala ooluun obbo Taayyee gama seeraa fi siyaasaatin akkamiin ilaalama? Mitikkuu Fiqaaduu ogeessaa seeraa kan ta’an Dr. Heenok Gabbisaa fi kan duraan Obbo Taayyee waliin angawaa Mootummaa turanii fi amma as Yunaayitid Isteetis, Albi’oon Koolej keessaa Saayinisii Siyaasaa barsiisan - Dr. Milkeessaa Miidhagaa dubbisee jira.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG