Xurree ittiin seenan

Breaking News

Deetaan Ministara Nagaa Itiyoophiyaa Duraanii Taayyee Danda’aa Hanga Ammaatti Mana-murtiitti Hin Dhihaanne, Jedhu Haati Warraa Isaanii


Deetaan Ministara Nagaa Itiyoophiyaa Duraanii Taayyee Danda’aa Hanga Ammaatti Mana-murtiitti Hin Dhihaanne, Jedhu Haati Warraa Isaanii
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:06 0:00

Deetaan Ministara Nagaa Itiyoophiyaa Duraanii Taayyee Danda’aa Hanga Ammaatti Mana-murtiitti Hin Dhihaanne, Jedhu Haati Warraa Isaanii

Kan Wixata galgala to’annoo jala oolfaman Deetaan Minsteera Nageenyaa Itiyoophiyaa Taayyee Danda’aa mana murtiif akka hin dhiyaanne maatiin dubbatanii jiran. Aadde Sintaayyehu Alemaayyehu, haati warraa Obbo Taayyee VOA’f Wixata halkan qaamonni nageenyaa dhufanii abbaa warraa isaanii to’annaa jala oolchuu fi amma Finfinnee Buufata Poolisii Federaala Meeksikoo akka jiran dubbatanii jiru. Aadde Sintaayyehun galmeen qorannoo abbaa manaa isaanii irratti banamuu fi banamuu Dhaba akka hin beekne himanii, “nama haala inni itti jiru nuuf ibsu argachuu hin dandeenye” jedhan. Dhimma kanarratti yaaliin nuti Poolisii federaalaarraa argachuuf yaalle hin milkoofnee Galmoo Daawit dabalata qaba.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG