Xurree ittiin seenan

Breaking News

Haati Warraa Obba Taayyee Danda’aa Humnootiin Motummaa Mana Kiraa Keessa Jiraataa Turan Keessaa Isaan Baasuu Dubbatan


Haati Warraa Obba Taayyee Danda’aa Humnootiin Motummaa Mana Kiraa Keessa Jiraataa Turan Keessaa Isaan Baasuu Dubbatan
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:30 0:00

Haati Warraa Obba Taayyee Danda’aa Humnootiin Motummaa Mana Kiraa Keessa Jiraataa Turan Keessaa Isaan Baasuu Dubbatan

Haati warraa Obbo Taayyee Danda’aa Aadde Sintaayyew Alemaayyoo, humnootni nageenya mootummaa mana kiraa mootummaa isaan keessa jiraataa turan keessaa isaan baasuu dubbatan.

Aadde Sintaayyoon VOA’f angawootni Dhaabbata Manneen Kiraa mootummaa, gaafa kibxataa akeekkachiisa afaaniin erga nuu himanii duuba harra qodaa manaa waliin mana nurratti saamsanii jiran jedhu. Dhaabbati bulchiinsa mana kiraa mootummaa dhimma kanarratti gaafatamus deebii hin kennine. Ogeessi seeraa VOA’n dubbise dhimma kanarratti waan jedhan qabu, Galmoo Daawit dabalatasaa qopheessee jira.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG