Xurree ittiin seenan

Breaking News

Oromiyaa Keessatti Baatii Dabre Haleellaa  Qilleensarraa fi Meeshaalee Guguddaan Raaw’atameen Namoota Nagaa 150 Ol Tu Ajjeesame, Jedha ABOn


Oromiyaa Keessatti Baatii Dabre Haleellaa  Qilleensarraa fi Meeshaalee Guguddaan Raaw’atameen Namoota Nagaa 150 Ol Tu Ajjeesame, Jedha ABOn
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:53 0:00

Paartiin mormituu Addi Bilisummaa Oromoo (ABO) naannoo Oromiyaa keessatti ji'a tokko darbe kana keessatti haleellaa qilleensaarraanii fi meeshaa gurguddaatiin geggeeffameen namoonni nagaan 150 ol tahan ajjeefamaman, jechuun ibsa baasee jira. Ajjeechaale raaw’atamanii fi badii qaqqabe hundaaf humnoota mootummaa itti gaafataama, jedhe – ABO’n. Dubbi himaan mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Hayiluu Addunyaa immoo tarkaanfiin waraana fuhdatame lammiilee nagaa irratti ka xiyeeffate otuu hin taane, hidhattoota “Shanee” ittiin jedhanii fi seelota yokaan caayaalee isaanii irratti akka tahe dubatan.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG