Xurree ittiin seenan

Breaking News

Kaayyoon Keenya Amala Nama Gargaaruu Sammuu Namaa Keessatti Uumuuf Jecha: Bu’uursitoota Dhaaba “Ani Siif Jira”

Kaayyoon Keenya Amala Nama Gargaaruu Sammuu Namaa Keessatti Uumuuf Jecha: Bu’uursitoota Dhaaba “Ani Siif Jira”
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:02 0:00

Kaayyoon Keenya Amala Nama Gargaaruu Sammuu Namaa Keessatti Uumuuf Jecha: Bu’uursitoota Dhaaba “Ani Siif Jira”

Kan lixa Wallaggaa mgaalaa Gimbii keessa jiru dhaabi tola ooltummaa “Ani Siif Jira” jedhu yeroo ammaa hojii gargaarsaa garaagaraa irratti boba’ee hojjetaa jiraachuu bu’uursitoota keessaa tokko kan taate shamarree Itsubdinq Mesfin VOAf ibsitee jirti. Kanneen dhaaba kana irraa bu’aa argatan harmee tokko illee dubbisnee jirra. Kan Itsubdinq kaayyoo dhaabbati kun hundaa’eef ibsiteen jalqabna.

This item is part of

Forum

XS
SM
MD
LG