Xurree ittiin seenan

Breaking News

Hidhattoonni WBO  Benishaangul Gumuz Magaalaa Soogee Keessatti Halellaa Raaw’ataniin Namoonni Du’uu fi Madaa’uun Himame


Hidhattoonni WBO  Benishaangul Gumuz Magaalaa Soogee Keessatti Halellaa Raaw’ataniin Namoonni Du’uu fi Madaa’uun Himame
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:02 0:00

Hidhattoonni WBO  Benishaangul Gumuz Magaalaa Soogee Keessatti Halellaa Raaw’ataniin Namoonni Du’uu fi Madaa’uun Himame

Naannoo Benishaangul Gumuz Godina Kaamaashii Aanaa Baloo-jagamfooyii amma Mizhigaa jedhamee waamamu Magaalaa Soogee keessatti dheengadda jechuun Sanbata Xiqqaa dabre kana hidhattootni namoota 3 ajjeesanii jiru, jechuun jiraattota keessaafi aanga'aan aanichaa himan.

Itti gaafatamaan Waajjira dhimmoota Komunikeeshinii Aanichaa obbo Mootilee Immiyyee hidhattoonni "Shanee" jechuun isaan waanan kanneen ajjeesamanii ala, namoota kanneen biroo 3 madeessanii, qabeenyaas barbadeessaniiru, jedhan. Dubbi-himaan Idiladdunyaa Waraana Bilisummaa Oromoo Obbo Odaa Tarbii gama isaaniin tarkaanfii fudhachuun isaanii dhugaa tahuu himanii, garuu uummata irratti otuu hin taane loltootaa fi qabeenyaa waraana mootummaa irratti kan tarrkaanfiin fudhatame, jedhan.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG