Xurree ittiin seenan

Breaking News

Urgee: Fakkeenya Dhaloota Haaraa Umurii Ishee Gabaabduutti Qooda Guddaa Gumaachite


Urgee: Fakkeenya Dhaloota Haaraa Umurii Ishee Gabaabduutti Qooda Guddaa Gumaachite
please wait

No media source currently available

0:00 0:10:49 0:00

Urgee: Fakkeenya Dhaloota Haaraa Umurii Ishee Gabaabduutti Qooda Guddaa Gumaachite

Aadde Urgee Dinagdee nama biyya Austaliyatti dhalatee guddate yoo taatu, quuqama uummatiif qabdu irraan kan ka’e, ganda baadiyyaa fagoo Godina walaggaa dhiyaa ganda Wanki Gopho jedhamu keessatti “school village project” jedhamu bara 2012 keessa jalqabuu dhaan projektii daandii ijaaruu, kan bishaanii fi sagantaa ijoolleef scholarship kennuu jalqabde. Hiriyoota ishee dadammaqsuu dhaan hojii isheen jalqabdeen daandiin ganda sanaa km 27 kan hojjetame yoo ta’u, manni barnoota ille sadarkaa duraa tokko ijaaramuu dhaan, bishaan qulqulluu fi manni fincaanii ijaarsisteetti. Urgeen akka tasaa Muddee 4 bara 2023 akka tasaa ulfa ji’a saddettiin addunynyaa kana irraa du’aan boqotte . Armaan gaditti qophii kana ilaalchisuun qindaa'e caqasaa.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG