Xurree ittiin seenan

Breaking News

Namoonni Bakkawwan Rakkoo Nageenyaa Qaban Jiraatan Eega Ayyaana Waggaa Kabajanii Waggootiin Afur Dabruu Dubbatu

Namoonni Bakkawwan Rakkoo Nageenyaa Qaban Jiraatan Eega Ayyaana Waggaa Kabajanii Waggootiin Afur Dabruu Dubbatu
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:12 0:00

Namoonni Bakkawwan Rakkoo Nageenyaa Qaban Jiraatan Eega Ayyaana Waggaa Kabajanii Waggootiin Afur Dabruu Dubbatu

Itoophiyaatti rakkoon nageenyaa waggoota lakkoofsise qaala’uu jireenyaa sababaa akka tahe dubbatu, jiraattonni bakkawwan adda addaa irraa Sagaleen Ameerikaa dubbise. Keessumaa, yeroo Ayyaana waggaa kana ammoo gatiin omishaalee adda addaa fi kan horii akka lukkuu fi sangaa dachaan dabale, jechuun ibsan - jiraattotni magaalaa Finfinneetti dubbise. Naannoo Oromiyaa, bakkawwan rakkoon nageenyaa jiru namoonni jiraatan ammoo, inumaayyuu ayyaana wagggaa eega kabajnee waggoota 4 ol ta'eera, jedhan.

Forum

XS
SM
MD
LG