Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dirreen Dimokraasii fi ka Siyaasaa Dhiphate Jechuun Gareeleen Siyaasaa Itiyoophiyaa Komii Dhiyeessan

Dirreen Dimokraasii Siyaasaa Dhiphate Jechuun Gareeleen Siyaasaa Itiyoophiyaa Komii Dhiyeessan
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:58 0:00

Dirreen Dimokraasii Siyaasaa Dhiphate Jechuun Gareeleen Siyaasaa Itiyoophiyaa Komii Dhiyeessan

Dhaaboliin Siyaasaa mormitootaa Itiyoophiyaa keessa socho’an yeroo kamiyyuu caalaa dirreen dimookiraasiis ta’e kan siyaasaa dhiphateera jechuun mootummaa aangoorra jiru Komatu. Dhaabni aangoo bulchiinsa mootummaa of harkaa qabummoo yeroo kamiyyuu caalaa Itiyoophiyaa keessa shaakallii dimookiraasiitu jira, hinumaayyuu dhaabbileen siyaasaa mana maree waloo tokko jalatti walitti dhufuun waliin marii’ataa jirra jedha. Mitikkuu Fiqaaduu miseensota paartilee siyaasaa garaa garaa gaafachuun waan qindeesse qaba.

Forum

XS
SM
MD
LG