Xurree ittiin seenan

Breaking News

Wal-dhibdeen Jillee Xummuugaa fi Efraataa Gidim Keessatti Mudate Carraaqqii Maanguddootaan Tasgabbaa’uun Himame

Wal-dhibdeen Jillee Xummuugaa fi Efraataa Gidim Keessatti Mudate Carraaqqii Maanguddootaan Tasgabbaa’uun Himame
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:45 0:00

Wal-dhibdeen Jillee Xummuugaa fi Efraataa Gidim Keessatti Mudate Carraaqqii Maanguddootaan Tasgabbaa’uun Himame

Maanguddoonni biyyaa fi abbootiin gadaa Sagalee Ameerikaatti akka himanitti, waldhabdee naannoo Amaaraa godina addaa saba Oromoo fi Shawaa Kaabaa keessatti mudatee lubbuu lammiilee galaafatee qabeenyaas barbadeessetti furmaata barbaaduuf akka hojjetaa jiran dubbatan. Waldhabdeen hidhannoon deggaramee torban tokko dura mudate carraaqqii maanguddootaa naannawa sanaatiin tasgabbaa’eera jechuunis itti dabalanii ibsanii jiran.

Forum

XS
SM
MD
LG