Amajjii 1 bara 2024 mootummaan Itiyoophiyaa fi kan somaaliilaand yaada wal hubannaa akkaataa itti fayyadama galaanaa fi buufata waraanaa ilaalchisee mallatteessanii as, godaantoonni Itiyoophiyaa kanneen somaaliyaas ta'e somaaliilaand keessa jiraatan miidhaan akka irra ga'e dubbatu. Jaallanneen godaantoota Oromoo haasoofsiistee jirti.
Godaantonni Itiyoophiyaa Somaaliyaa fi Somaaliilaand Keessatti Akka Miidhaan Irra Gahaa Jiru Himatan
- Jaallannee Gammadaa
Forum