Xurree ittiin seenan

Breaking News

Abbootiin Amantaa Hundeeffama Sinoodoosii Oromiyaa Teessoo Pheexiroos Labsan Hidhamuun Himame

Abbootiin Amantaa Hundeeffama Sinoodoosii Oromiyaa Teessoo Pheexiroos Labsan Hidhamuun Himame
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:39 0:00

Abbootiin Amantaa Hundeeffama Sinoodoosii Oromiyaa Teessoo Pheexiroos Labsan Hidhamuun Himame

Abbootiin amantaa hundeeffama Sinodoosi Oromiyaa Menberi(tesso ) Pheexiroos jedhamu labsan keessaa sadi kaleessa to'annoo jala ooluu isaanii qindeessitoota keessa tokko ta’uu isaanii kan himan barsiisaa Akliluu Alamuu ibsaaniiru. Barsiisaa Akliluu Alamuu jedhaniti, abbootiin amantaa kun miidiyaaf ibsa erga kennanii booda waajjira isaanii magaalaa Shaggar keessa ittuu jiranii to’annoo jala ooluu isaanii Sagalee Ameerikaatti himaniiru. Hidhamuu abbootii amantaa kana ilaalchisee bulchiinsa magaalaa Shaggar,poolisii magaalaa Shaggar fi poolisii federaalaa irra deebii argachuuf yaaliin Sagaleen Ameerikaa taasise hin milkoofne.

Forum

XS
SM
MD
LG