Xurree ittiin seenan

Breaking News

Hospitaalli Waliigalaa Ayiraa Dhukkubsatoota Dhibee Busaa Wal’aanuuf Hanqinni Dawaa fi Siree Akka Rakkoo Jabaa Itti Tahee Jiru Dubbata


Hospitaalli Waliigalaa Ayiraa Dhukkubsatoota Dhibee Busaa Wal’aanuuf Hanqinni Dawaa fi Siree Akka Rakkoo Jabaa Itti Tahee Jiru Dubbata
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:30 0:00

Hospitaalli Waliigalaa Ayiraa Dhukkubsatoota Dhibee Busaa Wal’aanuuf Hanqinni Dawaa fi Siree Akka Rakkoo Jabaa Itti Tahee Jiru Dubbata

Namoonni dhukkuuba Busaan qabaman eega fayyanii booda, deebi'anii dhukkubsachuun rakkoo ta'u isaa Hospitaala walii galaa Ayiraaf Meediikaal Daayreekteera kan ta'an Dr. Tasgaraa Jabeessaa ibsanii jiru. Dawaan jiruu fi lakkoofsii dhukkubsattootaa wal gituu dadhabuu fi lakkoobsii siree dhukkubsataan irra ciisanii wal'dhaanaman xiqqaachuuns rakkoo biraati jedhu. Gama kaaniin, waldaan barattoota durii kan naannoo Ayiraa dhiyeenya kana rakkoo dhukkuubii Busaa uumee kana dura dhaabachuuf kan oluu Birrii Miliyoona 2.3 walitti qabanii arjomuun ibsamee jira. Qophiin Jaalanee Gammadaa waan Dr. Tasgaraan jedhaniin eegalla.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG