Xurree ittiin seenan

Breaking News

Waldaan Hambaa, Hooggansaa fi Tumsa Oromoo OLLAA Jedhamuun Beekamu Sarbiinsa Mirga Namoomaa Oromoo Ilaalchisee Gabaasaa Waggaa Baase


Waldaan Hambaa, Hooggansaa fi Tumsa Oromoo OLLAA Jedhamuun Beekamu Sarbiinsa Mirga Namoomaa Oromoo Ilaalchisee Gabaasaa Waggaa Baase
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:53 0:00

Waldaan Hambaa, Hooggansaa fi Tumsa Oromoo OLLAA Jedhamuun Beekamu Sarbiinsa Mirga Namoomaa Oromoo Ilaalchisee Gabaasaa Waggaa Baase

Dhaabbanni hawaasa Oromoo dhimma mirga namoomaa irratti hojjatu kan “OLLAA” jedhamee beekamu gabaasaa sarbiinsa mirga namoomaa lammiilee Oromoo irratti raawwateera jedhe irratti xiyyeeffate kan bara 2023 tibbana baasee jira. Gabaasa isaa keessattis qamooleen nageenyaa mootummaa naannoo Oromiyaa fi kan naaoo Amhaaraa, Hummni raayya Ittisaa Itiyoophiyaa fi Humnoonni hidhannoon Socho’an kan Faannoo jechuun of waaman naannoo Oromiyaa bakkoota garaa garaa keessatti Sarbaminsa mirga namoomaa raawwachuu ereera. Dhimma kanarratti Bafiqaaduu Morodaa Daarikteera OLLAA kan taate Seenaa Jimjimoo dubbisuun ,Sarbaminsa mirga namoomaa naannoo Oromiyaa keessatti qaqqabeeru kan raawwatan garee dhaabni OLLAA maqaa dhahee tarreesse qofaan jettanii amantuu jechuun gaaffii Seenaaf dhiyyeessineef deebii isheen kennite irree eegala.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG