Xurree ittiin seenan

Breaking News

Ijoollee Bashannansiisaa Barsiisuun Cimina Qaama Fi Dammaqina Sammuu Isaaniif Ni Gumaacha: Barsiistuu Caaltuu Fayyee

Ijoollee Bashannansiisaa Barsiisuun Cimina Qaama Fi Dammaqina Sammuu Isaaniif Ni Gumaacha: Barsiistuu Caaltuu Fayyee
please wait

No media source currently available

0:00 0:14:12 0:00

Barsiistuu Caaltuu Kebbebew Fayyee waggoota 15f hojii barsiisummaa irratti bobbaatee hojjetaa kan jirtu yoo, akkaataa isheen itti barattoota isheetti dhiyaattu adda. Kunis ijoollee kana shubbisaan muuziqaa dhaan ofiis shubbisaa bashannisiisaa barsiisti. Muuziqaa ykn shubbisni kun hariiroo barsiistuu caaltuun barattoota ishee waliin qabdu keessatti qooda maalii qaba? Ykn bu’aa akkamii? Jechuun Gaaffii ani dhiyeesseef deebii kennuu dhaan eegalti.

This item is part of

Forum

XS
SM
MD
LG