Xurree ittiin seenan

Breaking News

Jiraattonni Magaalaalee Oromiyaa Adda Dhimma Nageenya Naannichaarratti Mari’atan

Jiraattonni Magaalaalee Oromiyaa Adda Dhimma Nageenya Naannichaarratti Mari’atan
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:30 0:00

Jiraattonni Magaalaalee Oromiyaa Adda Dhimma Nageenya Naannichaarratti Mari’atan

Aangawoonni mootummaa feederaalaa Itiyoophiyaa bulchitoota naannoowwanii waliin ta’uudhaan waa’ee nageenyaa naanichaa irratti jiraattota magaalaalee naannoo Oromiyaa adda addaa keessa jiranuu wajji Sanbata dabre marii taasisanii jiru. Hirmaatotaa marii kanaa, aanga’ootaa mootumuu maricha hogganan , akkasumas haayyota haasofsiisuudhaan gabaasaa qindeessine qabana.

Forum

XS
SM
MD
LG