Xurree ittiin seenan

Breaking News

Eebbaa Qananii: Dargaaggessa Dhaabbata Leenjii Muuziqaa Buraayyutti Banuun Dargaggoota Kaan Ogumichaan Cimsaa Jira   

Eebbaa Qananii: Dargaaggessa Dhaabbata Leenjii Muuziqaa Buraayyutti Banuun Dargaggoota Kaan Ogumichaan Cimsaa Jira
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:04 0:00

Eebbaa Qananii: Dargaaggessa Dhaabbata Leenjii Muuziqaa Buraayyutti Banuun Dargaggoota Kaan Ogumichaan Cimsaa Jira

Eebbaa Qananii magaalaa Buraayyuu keessatti dhaabbata leenjii muuziqaa qindeessuu, Suursagalee gulaaluu fi waraabbii dabalatee leenjii gabaabaa kennuun namootaafis carraa hojii banee ofiis ittiin jiraataa akka jiru sagalee Ameerikaaf himeera.Tsahaay Damxoo tu Eebbaa dubbisee, qophicha qindeesse.

Forum

XS
SM
MD
LG