Xurree ittiin seenan

Breaking News

Wallagga Bahaa Aanaa Kiramuu Keessaa Namoota 62, 000 Ol Rakkoo Nageenyaatiin Buqqa’an Keessaa Hagi Walakkaan Deebi’an Jedhame

Wallagga Bahaa Aanaa Kiramuu Keessaa Namoota 62, 000 Ol Rakkoo Nageenyaatiin Buqqa’an Keessaa Hagi Walakkaan Deebi’an Jedhame
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:02 0:00

Wallagga Bahaa Aanaa Kiramuu Keessaa Namoota 62, 000 Ol Rakkoo Nageenyaatiin Buqqa’an Keessaa Hagi Walakkaan Deebi’an Jedhame

Naannoo Oromiyaa Wallagga Bahaa Aanaa Kiiramuu keessaa "kanneen rakkoo nageenyaan buqqaafaman namoota Kuma 62 ol keessaa namootni Kuma 25 qe'eesaaniitti deebisamaniiru" jechuun Waajjirri Buusaa Gonofaa aanichaa beeksise. Namoonni qe’ee isaaniirraa buqqa’aniiran kunneen hagi tokkommoo gargaarsa dhabneerra jechuun komatu. Naakoor Malkaa gabaasa dabalataa qaba.

Forum

XS
SM
MD
LG