Xurree ittiin seenan

Breaking News

Hidhattoota Shawaa Bahaa Gadaami Cuqqaalaatti Abboota Amantaa Butanii Ajjeesan’rratti Tarkaanfii Fudhataan Jira: Mootummaan Naannoo Oromiyaa

Hidhattoota Shawaa Bahaa Gadaami Cuqqaalaatti Abboota Amantaa Butanii Ajjeesan’rratti Tarkaanfii Fudhataan Jira: Mootummaan Naannoo Oromiyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:48 0:00

Hidhattoota Shawaa Bahaa Gadaami Cuqqaalaatti Abboota Amantaa Butanii Ajjeesan’rratti Tarkaanfii Fudhataan Jira: Mootummaan Naannoo Oromiyaa

Naannoo Oromiyaa Godina Shawaa Bahaa bakka Gadaamii Cuqqaalaa keessaa abbootiin amantaa afur butuun warra ajjeechaa irratti raawwatan hidhattoota Wraana Bilisummaa Oromoo irratti tarkaanfiin fudhatamaa jira jechuun Biiroon Bulchiinsaa fi Nageenyaa Oromiyaa beeksiise. Ajjeechaa raawwatame kanaaf kan himatame Waraanni bilisummaa Oromoo gama isaatiin karaa dubbii-himaa isaa Idil Addunyaa, Odaa Tarbii deebii kenneen ajjeechaa kana humni keenya hin raawwanne jedheera. Tshaay Daamxoo Finfinneerraa gabaasa dabalataa ergiteetti.

Forum

XS
SM
MD
LG