Xurree ittiin seenan

Breaking News

Biyyoota Afrikaa Baay’ee Keessatti Namoonni Filannoof Sagaleen Kennan Oduuwwan Miidiyaa Hawaasummaa Dharaa fi Doggorsoo Tahaniif Saaxilamu


Biyyoota Afrikaa Baay’ee Keessatti Namoonni Filannoof Sagaleen Kennan Oduuwwan Miidiyaa Hawaasummaa Dharaa fi Doggorsoo Tahaniif Saaxilamu
please wait

No media source currently available

0:00 0:02:41 0:00

Bara keessa jiru 2024 keessa yoo xiqqaate biyyoottan Afrikaa 16 keessatti filannoon taasifama. Sagalee kennitoonii odeeffannoo waa’ee siyaasaa barbaacha gara midiyaalee hawaasaa deeman oduuwwan dogoggora qabanii fi oduuwwan dharaatiif saaxilamanii jiru. Afrikaa Kibbaa keessatti dhaabbanni akka gaazzexeessonnii fi Rogeeyyiin hin dogogorre baruumsaa fi dadadammaqinsa hawaasaaf kennaa jira. Akkamitti? Gabaasaa Zaaheer Qaasimiin Johaansibergi irraa VOAdhaaf qophaa’e Bafiqaaduu tu dhiheessa.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG