Xurree ittiin seenan

Breaking News

Sudaan Irra Uggurri Meeshaa Waraanaa Akka Kaa’amu Dhaabbatni Mirga Namoomaa, Hiyuumaam Raayitis Wooch Gaafate


Sudaan Irra Uggurri Meeshaa Waraanaa Akka Kaa’amu Dhaabbatni Mirga Namoomaa, Hiyuumaam Raayitis Wooch Gaafate
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:31 0:00

Dhaabbanni mirga dhala namaaf falmu Hiyuumaan Raayitis Wooch gabaasa haaraa baase keessatti dhaabbanni mootummoota Gamtoomanii fi Gamtaan Afrikaa Sudaan irratti Uggura meeshaa Waraanaa akka kaa’an gaafateera. Henenirii Wiilkiin gabaasa isaa sagalee Ameerikaaf ergeen barreessaa gabaasichaa dubbise keessatti , barreessaan gabaasichaa deebiin hawaasni addunyaa kenne abdii kutachiisaa akka ta’edha. Tujubee Horaatu gabaasa kana dhiyyeessa.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG