Xurree ittiin seenan

Breaking News

Meetii Getaachoo, Durbee Barattoota Bara Kana Yunivarsitii Meriilaand Irraa Eebbifaman Bakka-bu'uun Haasawa Taasiste


Meetii Getaachoo: Durbee Barattoota Bara Kana Yunivarsitii Meriilaand'rraa Eebbifaman Bakka-bu'uun Haasawa Taasiste
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:47 0:00

Barattoota bara 2024 Yunivarsitii Meeriilaand irraa qabxii olaanaa galmeesuun eebbifaman keessaa Meetii Getaachoo Itichaa tokko dha. Gosti barnootaa barattees mootummaa fi siyaasa ykn “Government and Politics” jedhama. Sirna eebbaa sana irratti eebbifamtoota bakka bu’uun kan haasawa dhiheessitu ykn "commancenment speaker” ta’uun haasaawaa dhageesiiftee jirti. Jaallannee Gammadaa Meetii fi abba ishee dubbisuun gabaasa qindeessite qabdi.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG