Xurree ittiin seenan

Breaking News

Maalaawii Keessatti Seerawwan Walabummaa Preesii Ukkaamsan Haqamaniyyuu Doorsisni Gaazzexeessotaa Itti Fufee Jira, Jedhame


Maalaawii Keessatti Seerawwan Walabummaa Preesii Ukkaamsan Haqamaniyyuu Doorsisni Gaazzexeessotaa Itti Fufee Jira, Jedhame
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:45 0:00

Maalaawiin seerawwan walabummaa presii ukkaamsan haquu iseetiin fooyya’insa argamsiistus, doorsisi gaazixeessota irra ga’u hammaatee itti fufuu isaa dhaabbati miidiyaa fi qabsaa’onni mirga namoomaa dubbatanii jiru. Malawin waggaa dhuftu filannoo waliigalaaf qophaa’aa ennaa jirtu kanatti walabummaa preesii irratti haleellaan oofamu kan isaan yaaddessu ta’uu gaazzexeessonni ibsaniiru. Gabaasa Jamal Priins magaalaa Liloogwee irraa erge Tujube tu dhiyeessa.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG