Xurree ittiin seenan

Breaking News

Ho’i Hamaa Bara Kanaa Yoo Irraa Of Hin Eegganne Lubbuu Namaafillee Yaaddessaa Tahuu Ogeessi Fayyaa Dubbatan

Ho’i Hamaa Bara Kanaa Yoo Irraa Of Hin Eegganne Lubbuu Namaafillee Yaaddessaa Tahuu Ogeessi Fayyaa Dubbatan
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:40 0:00

Ho’i Hamaa Bara Kanaa Yoo Irraa Of Hin Eegganne Lubbuu Namaafillee Yaaddessaa Tahuu Ogeessi Fayyaa Dubbatan

Biyyoonni addunyaa ho'a qilleensaa yeroo kamiyyuu caaluu galmeessisaa jiru. Haayyonni Saayinsii akka jedhanitti, ho’i lubbuu namaa balaadhaaf saaxilu kun jijjiirama qilleensaan kan dhufudha. Hindii, Giddu GaleessI Baaa fi Yunaaytid Isteetis Kibba Dhiha naannolee bara 2024 ho'a adda ta'e isaan mudatee dha. Ho’aa qilleensaa fi fayyaa dhala namaa ilaalchisee Jaallanneen Dr. Obsaa Hassan Minisootaa irraa haasoofsiiftee jirti.

Forum

XS
SM
MD
LG