Xurree ittiin seenan

Breaking News

Gaanfa Afrikaatti Ergamaan Addaa Yunaayitid Isteetis Dhimma Hammaachuu Beelaa, Rakkoo Nageenyaa Itiyoophiyaa Keessaa Ilaachisuun Dubbatan  

Gaanfa Afrikaatti Ergamaan Addaa Yunaayitid Isteetis Dhimma Hammaachuu Beelaa, Rakkoo Nageenyaa Itiyoophiyaa Keessaa Ilaachisuun Dubbatan
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:20 0:00

Ministira haajaa alaatti hooggantuun biiroo sagalee Ameerikaa Nike Chiing ka dhiheenya gara Gaanfa Afrikaatti imalanii turan, Gaanfa Afirkaatti ergamaa addaa Yuunaayitid Isteetisi Ambaasaddar Mayik Hamer waliin dhimmoota beela Tigiraay keessatti akksumas walitti bu’insoota Naannoo Oromiyaa fi Amhaaraa keessatti itti fufan ilaalchisuun gaaffii fi deebii geggeessanii jiran. Jaallannee Gammadaa tu qabiyyee gaaffii fi deebichaa cuunfee dhiheesse.

Forum

XS
SM
MD
LG