Xurree ittiin seenan

Breaking News

Haleellaa Kiiramutti Mudateen Namootni Sadii Ajjeefamuun Himame

Haleellaa Kiiramutti Mudateen Namootni Sadii Ajjeefamuun Himame
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:23 0:00

Haleellaa Kiiramutti Mudateen Namootni Sadii Ajjeefamuun Himame

Sanbata Darbe Godina Wallagga Bahaa Aanaa Kiiramuutti haleellaa hidhattootaan raawwatame jedhameen miseensa milishaa dabalatee namootni sadii ajjeefamuu fi tokko madaawuu, jiraattonni fi angawootni Aanaa kiiramuu ibsanii jiran.

Obbo Xibabuu Moosee bulchaan ganda Waastii, ajjeechaa kanatti dabalata meeshaan waraanaas samaamuu himan. Jiraattonni ammas rakkoon nageenyaa sodaachisaa ta’uu yoo dubbatan, bulchiinsi aanaa Kiiramuu dhimma kanarratti deebii kenne qabaa Galmoo Daawit dabalata isaa qopheessee jira.

Forum

XS
SM
MD
LG