Xurree ittiin seenan

Breaking News

Amerikaa Keessatti Namnii Filannoof Dhiyaatu Deggersii Saba Isaa Isa Barbaachiisa


Amerikaa Keessatti Namnii Filannoof Dhiyaatu Deggersii Saba Isaa Isa Barbaachiisa
please wait

No media source currently available

0:00 0:10:35 0:00

Kutaa Yunaaytid Isteetis Miniisootaa Distriiktii 31B keessatti paartii Deemookraatootaa irra mana maree bakka bu'oota uummataaf kan dorgooman Obbo Gaaddisaa Barkeessaa keessummaa keenya har'a ti. Gama Ripaablikaan irraa kan dorgoman Peegii Skaat argachuuf yaaliin taasiifne hin milkoofne.Obbo Gaaddisaan filannoo keessa seenuuf attamitti akka yaadan Jaallanneetu gaafate. Akkas jedhu.

Forum

XS
SM
MD
LG