Xurree ittiin seenan

Breaking News

Arsii Shirkaatti, Namootni Sagal Ajjeefamuu fi Afur Ukkaamfamanii Fudhatamuun Gabaafame

Map of Ethiopia
Map of Ethiopia

Kamisa darbe, Naannoo Oromiyaa Godina Arsii Aanaa Shirkaatti haleellaa jiraattota nagaarratti raawwateme jedhameen namootni sagal ajjeefamuu firoottani fi jiraattonni himanii jiran. Taateen kun kamisa halkan hidhattoota shanee jedhamaniin raawwatamuu firoottan namoota ajjeefamuun himamee kan dubbatan yoo ta’an namootni afuris dabalataan ukkamfamanii fudhatamuus himanii jiran. Innaat Paartiin dhimmicha kan balaaleffate yoo tahu, Waraanni Bilisummaa Oromoo ajjeechaa kana duuba akka hin deebii kennee jiraa; Galmoo Daawit dabalata isaa qopheessee jira.

please wait

No media source currently available

0:00 0:05:55 0:00

Forum

XS
SM
MD
LG