Biyyoota olla Itiyoophiyaa wajjiin ta’uun dhukkuuboota Gammoojii fi Tuffatamoo ta’an daangaa ce’uun ummata irratti miidhaa akka hin dhaqqabsiifne walgahiin dubbatu Sadaasa 27- hang 29 bara 2024 magaalaa Finfinnee keessatti gaggeeffamee jira. Keniyaa, Sudaan, Ugaandaa fi Sudaan Kibbaa irratti hirmaatanii jiru. Ministeer De’eetaa ministrii Fayyaa Itiyoophiyaaf gorsaa gameessa kan ta’an Obbo Laliisaa Amaanuu’el waa’ee walgahii kanaa Sagalee Ameerikaaf ibsa kennanii jiru. Jaallannee tu dubbise.
Dhukkuboota Daangaa Ce'uun Uummata Miidhan Ittisuuf Mariin Finfinneetti Gaggeeffamee Jira
- Jaallannee Gammadaa
Forum