Dargaggeessi Waggaa18 yemmuu ture gara Yunaaytid Isteets dhufe. Barumsa isaa itti fufee hojii mootummaa Yunaaytid Isteets keessaa darbee, yeroo ammaa immoo dhaabbata Haniisa Soolaaraa kan ofii isaa nama hundeesse. Kiyyaa Sanyii yeroo ammaa dhaabbata haniisaa humna Aduutiin hojjatu, "Aduu Soolaar Injiineriingi," jedhamu hundeessee as Yunaaytid Isteets keessatti hojii gorsaa fi tajaajila humna soolaara kennuu irratti hirmaachaa jira.
Forum