Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dhukkubni Vartiigoo Maali? Maalirraa Madda?


Dhukkubni Vartiigoo Maali? Maalirraa Madda?
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:25 0:00

Qophii Fayyaa har’a keessatti waa’ee dhukkuuba Vartiigoo (vertigo) yokaan rakkina maraamartoo ilaalachisee marii ogeessa fayyaa dubbisnee jirra. Waa’ee dhukkubichaa, mallattoolee isaa fi sababaa dhukkubicha fidu, akkasumas haala wal’aansaa irratti Dr. Bushaa Hiikaa kan ogummaa addaa kan baqaqsanii suphuu sammuu, lafee dugdaa fi narvii qama namaatiif kan Yunivarsitii Keez Westarn Riserv (Case Western Reserve University Hospital) magaalaa Kiliiv Laand, Kutaa Ohaayootti barnoota hojiitti jiru dubbisnee jirra.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG