Xurree ittiin seenan

Breaking News

Keeniyaa fi Itiyoophiyaan Waraana Bilisummaa Oromoorratti  Haleellaa Jalqabuu Isaanii Dubbatan 

Keeniyaa fi Itiyoophiyaan Waraana Bilisummaa Oromoorratti  Haleellaa Jalqabuu Isaanii Dubbatan 
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:24 0:00

Keeniyaa fi Itiyoophiyaan Waraana Bilisummaa Oromoorratti  Haleellaa Jalqabuu Isaanii Dubbatan 

Mootummaan Keeniyaa Waraana Bilisummaa Oromoo kan Kaaba Keeniyaa keessa socho’u yakkoota garaa garaa raawwata jedhe irratti tarkaanfii fudhachuu jalqabuu isaa beeksiise. Mootummaan Itiyoophiyaas mootummaa Keeniyaa Waliin ta’uun daangaa biyyoota lamaanii irratti tarkaanfii wal fakkaataa fudhachuu jalqabuu ibseera. Waraanni Bilisummaa Oromoo yakkoota jedhaman raawwachaa hin jiru jedha. Mitikkuu Fiqaaduu dabalata qaba.

Forum

XS
SM
MD
LG