Prezidaant Doonaald Tiraamp karoora Gaazaa gara bakka bareedaa fi bashanannaa Giddu-galeessa Bahaatti irra-deebi’anii misoomsuuf qabaniif loltoota Yunaayitid Isteetis fayyadamuuf waadaa akka hin galle fi Faalisxiinota bakka biraatti dabarsuun yeroof qofa akka ta’u Waayit Haawus Roobii kaleessa beeksisee jira. Jijjiiramni kun kan dhufe yeroo biyyoota addunyaa fi Tokkummaa Motummootaa irraa akeekkachiisni akka duguuginsi sanyii bifa kamii iyuu hin raawwatame dhagahamaa jirutti. Gabaasa Paatsii Widaakuswaaraa Tujubetu dhiyeessa.
Waayit Haawus: Irra-deebi’anii Gaazaa Misoomsuuf Karoorri Tiraamp Dubbatan Loltoota Yunaayitid Isteetis Achi Bobbaasuuf Kan Waadaa Gale Miti
- VOA
Forum