Xurree ittiin seenan

Breaking News

Yaaddoon Jihaadistoonni Akka Addunyaatti Uuman Babal’ataa Jira, Jedhu Aangawaan Yunaayitid Isteetis Tokko

Yaaddoon Jihaadistoonni Akka Addunyaatti Uuman Babal’ataa Jira, Jedhu Aangawaan Yunaayitid Isteetis Tokko
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:04 0:00

Yaaddoon Jihaadistoonni Akka Addunyaatti Uuman Babal’ataa Jira, Jedhu Aangawaan Yunaayitid Isteetis Tokko

Angawaan Yuunaayitid Isteetisitti kan farra shoroorkeessummaa tokko yaaddoon Jihaadistoonni akka Addunyaatti uuman babal’achaa dhufeera jedhanii, game birattiin ammoo yaaddoo kana dura-dhaabachiisuuf baasiiwwan baafaman hir’ataniiru jedha. Guraandhala 11 darbe kana yaa’ii manni maree imaammata Ameerikaa qopheesse irratti haasawa taasisaniin kana dubbatan, aangawaan. Gabaasaa guutuu . Mitikkuu Fiqaaduu tu dhiheessa.

This item is part of

Forum

XS
SM
MD
LG