Xurree ittiin seenan

Breaking News

Turtii Abbaa Qabeenyaa 'Oro-Feed Comlex' Wajjin


Dargaggoon Doktar Siisaay Mihiratuu jedhamu abbaa qabeenyaa “Dhaabbata Oomisha Soorata Beeyladootaa Oro-Feed Complex” jedhamuu ti.

Dargaggoon kun magaalaa Ambootti dhaabbata isaa keessatti dargaggoota 12 miindeessuun akka hojjachiisaa jiru dubbata.

Yunivarsiitii Wal-qixxeetti ammoo barsiisaa barnoota Fayyaa Beeyladaa ti. Haala akkamiin hojii lamaan wal bira qabee deemsisaa jira? Mee caqasaa.

Turtii Abbaa Qabeenyaa 'Oro-Feed Comlex' Wajjin
please wait

No media source currently available

0:00 0:07:06 0:00

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG